
የሀገራችን ኩራት ከሆነው የኢትዮዽያ አየር መንገድ ግሩፕ ጋር በጋራ በምንሰራባቸው ጉዳዮች ላይ ዛሬ የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርመናል ።
የሀገራችን ኩራት ከሆነው የኢትዮዽያ አየር መንገድ ግሩፕ ጋር በጋራ በምንሰራባቸው ጉዳዮች ላይ ዛሬ የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርመናል ።
ኢትዮጵያውያንን ከዓለም ጋር ከሚያገናኛው የኢትዮጵያ አየር መንገድ ግሩፕ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ መስፍን ጣሰውን እና ማኔጅመንታቸውን የወንዝ ዳርቻ እና የኮሪደር ልማትን ካስጎበኘናቸው በኋላ በተደራጀ እና በተቀናጀ መልክ በጋራ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድ የተፈራረምን ሲሆን፣ ስምምነቱ በዋናነት በከተማችን የኮሪደርና የወንዝ ዳርቻዎች ልማት የለሙ አዳዲስ የቱሪዝም መዳረሻዎችን የማስተዋወቅ በዚህም የስቶፕ ኦቨር ቱሪዝም Stop Over Tourism ተጠቃሚነትን ማሳደግ፣ የከተማችን አዲስ መለያ የሆነውን New Face of Africaን ማስተዋወቅ፣ የአቪየሽን ደህንነትን ማረጋገጥ፣ በተጨማሪም በከተማው የተለያዩ ማህበራዊና ሰው ተኮር ስራዎችን በጋራ መስራት ላይ ያተኮረ ነው ።
አየር መንገዱ በከተማችን በምንሰራቸው ሰው ተኮር የልማት ስራዎች እና በኮሪደር ልማት ላይ ለነበረዉ ድጋፍ ከልብ እያመሰገንን ፣ የከተማ አስተዳደራችን ለስምምነቶቹ ተፈፃሚነት ከኢትዮዽያ አየር መንገድ ግሩፕ ጋር ከከዚህ ቀደሙ በበለጠ ተቀራርቦ የሚሰራ ይሆናል ።
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ሕዝቦቿን ይባርክ
Boonicha biyya keenyaa kan ta'e garee Daandii Xiyyaara Itoophiyaa waliin dhimmoota waloon hojjennu irratti har'a sanada waliigaltee mallatteessineerra.
Hoji gaggeessaa garee daandii xiyyara Itoophiyaa ,Itoophiyaanota addunyaa waliin kan wal qunnamsiisuu obbo Msifin Xaasaw fi maaneejimantiisaanii qarqara laggeenii fi misooma koriidarii eega daaw'achiisnee booda bifa gurmaa'ee fi tokkoomeen waliin hojjechuuf sanada waliigaltee kan waliif mallatteessine yemmuu ta'u waliigaltichi adda dureedhaan misooma koriidarii fi qarqara lagaa magaalaa keenyaa,gahuumsaalee tuurizimii misooman beeksisuu kanumaanis fayyadamummaa Stop Over Tourism guddisuu fuula haaraa magaalaa keenyaa kan ta'e new face of Africa beeksisuu,nageenya Aveeshinii mirkaneessuu,dabalataanis magaalattitti hojiiwwan hawaasummaa fi namarratti xiyyeeffatan adda addaa waliin hojjechuu irratti kan xiyyeeffateedha.
Daandiin Xiyyaara hojiiwwan namarratti xiyyeeffatan magaalaa keenyatti hojjennu fi misooma koriidarii irratto gargaarsa qabaateef onneerraa galateeffataa bulchiinsi magaalaa keenyaa raawwii waliigaltichaaf garee daandii Itoophiyaa waliin kan kana duraa caalaa walitti dhiheenyaan kan hojjetu ta'a.
Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu